Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,105 Jechoota
hoffeessuu go.
GAO

akka hoffaa ta'u gochuu.

hofkala
GAO

"hoffala" ilaalaa.

hofkalcha
GAO

"hoffalcha" ilaala.

hofkalchuu
GAO

"hoffalchuu" ilaalaa.

hofkaltii
GAO

"hoffala" ilaalaa.

hofkaluu
GAO

"hoffaluu" 'ilaalaa.

hofonfola ad.
GAO

kan keessi qaawaa; Uwrunoon hofonfola.

hofonfolee ad.
GAO

kan qaawa baay'ee qabu.

hofonfolummaa ma.
GAO

hofonfola ta'iisa.

hofuu go.
GAO

faaraan dubbachuu dadhabuu, loqoduu.

hogdii
GAO

"oogdii" ilaalaa.

hoggaa godhachuu go.
GAO

nafa yookiin qaania godhachuu, furdachuu.

hoggaa ma.
GAO

1 . yerooo ji'a kudha lama qabaatu, waggaa; Erga dhalatee hoggaa shan guute. 2.yeroo, ennaa, si'a, o...

hoggana da. go.
GAO

yeroo kana, egaa kana.

hogganaa ad.
GAO

jiruu yookiin hojii kan geggeessu.

hogolaa ad.
GAO

kan haasaa hinmi'oofne. 2.kan foolii badaa yookiin gadhee qabu.

hogoluu go
GAO

1.   haasofni mi'aawuu hafuu. 2. fooliin waan ta'ee ,badaa yookiin gadhee ta'uu.

hogongaluu
GAO

"ungulaaluu" ilaalaa.

hogongasiisuu
GAO

"ungulaalchisuu" laalaa.

hogongolchuu
GAO

"ungulaalchuu" aalaa.

Sponsors