waan gaarii hawwachuu, heebba ofiif kennachuu, eebbifachuu; Cidha irratti abbaatu heebbifata gatii...
1. waan gaarii akka argatan namaa hawwuu, eebbisuu. 2. kan bitani irratti namaa ida'uu, eebbisuu.
dhaabbachuu yookiin lukaan iddoo tokko ijaajjuu; Horiin mooraa dhoqqaaye keessa hejjechuu hinsarman.