Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,105 Jechoota
hatama ma.
GAO

waa dhoksaan fudhatama.

hatamuu go.
GAO

dhoksaadhaan fudhatamuu.

hattummaa ma.
GAO

hattuu ta'isa.

hattuu ad.
GAO

kan waan namaa dhoksaadhaan fudhattu.

hatuu go.
GAO

dhoksaadhaan fudhachuu.

hawaa 1 ad.
GAO

kan hammeenya hinbeekne, gowwaa, wallaalaa.

hawaa 2 ma.
GAO

samii yookiin waaqa.

hawee
GAO

"hiikkanno" ilaalaa.

hawwa ma.
GAO

kajeela yookiin barbaacha waan ormaa, fedha.

hawwachuu go.
GAO

waan ta'e ofiif barbaaduu, kajeeluu; Waan gaarii otii hawwachuun kanuma jiru.

hawwamuu go.
GAO

waan ta'e barbaadamuu, kajeelamuu yookiin fedhamuu.

hawwii 1 ma.
GAO

waan argachuuf kajeelan yookiin barbaadan,fedha.

hawwii 2
GAO

"hiikkannoo" ilaalaa.

hawwisiisuu go.
GAO

akka hawwu yookiin hawwitu gochuu.

hawwisoo ma.
GAO

1. sirba dargaggoon walitti kurfaawanii sirban. 2. dargaggoo walitti kurfaawanii waan barbaadan sirb...

hawwuu go.
GAO

waan ta'e barbaaduu, kajeeluu yookiin fedhuu; Kan onnaa hawwuu irra ofiif dhuna'a argachuu wayya.

hax gochuu go.
GAO

tasa kutanii buusuu.

haxaa 'achuu go.
GAO

1 . waan akka huubaa yookiin awwaaraa of irraa kaasuu yookiin qulqulleeffachuu. 2. nafa dibata ta'e ...

haxaa'a
GAO

"hara" ilaalaa.

haxaa'amaa
GAO

"haramaa 2" ilaalaa.

Sponsors