1.midhaan erga calleeffatanii kan hafu, ogdii (oobdii). 2. meesha wayiin haran, haxaawwii.
bineensa gurra guguddatu, kan ciisuu hindandeenye, kan kuumbiif ilka qabu, arba; "Harbi ciisu hindha...
yeroo biraa utuu hinta'in, guyyaa amma keessa jiru; Boriif akka sii darbutti hardhuma hojjedhu.
1.aannan ititee, rafamee dhadhaan keessaa baye, baaduu. 2. dhama yookiin baaduu ittoon keessaa baye.
yeroo yookiin wayitii Ji'a sadi qabatu, kan bonaafi ganna gidduu oolu, arfaasaa; "harfaasaa qotan ma...