Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
919 Jechoota
gurgura ma.
GAO

1. waan ta'e gatii inni baasutti horiin geeddara, waa kennanii gatii mi'aa fudhacha. 2. gowwoomsa.

gurgurachuu go.
GAO

1. wan ta'e gatiitti geeddarachu ; Bitanii gurgurachuu. 2. heerumsiifachuu; Abbaan kee intala yammuu...

gurguramaa ad.
GAO

horii yookiin mi'a gatiitti geeddarame.

gurguramtuu ad.
GAO

tan gatiitti geeddaramte, tan gatiin fudhatamte.

gurguramuu go.
GAO

gatii inni badutti geeddaramuu; Horiin huqqina qabu gatii gaariitti hingurguramu. 2. moofamuu, gowwo...

gurgurataa ad.
GAO

nama mi'a ofii gurguratu yookiin gatiitti geddaratu.

gurgurattuu ad.
GAO

dubartii yookiin daldaltuu waa gurgurtu yookiin gatiitti geeddarattu.

gurgursiisuu go.
GAO

akka gurguru gochuu.

gurgurtaa ma.
GAO

akkaataa waan ta'e gatiitti geeddaran; Namni bittaa beeku gurgurataa hinwallaalu.

gurgurtuu ad.
GAO

1. nama waan ta'e horiidhaan geeddaru, geeddartu. 2. nama nama mooksu, gowwoomsu. 3. nama dabarsitee...

gurguruu go.
GAO

1. waan ta'e gatii inni baasetti horiin geeddaruu, waa kennanii gatii inni baasu fudhachuu. 2. mooks...

gurjaa ma.
GAO

dadhabbii hirriba dhabiisa irraa namatti dhufu.

gurjaa'uu go
GAO

gurjaan nama qabuu.

gurjeessuu go.
GAO

gurjaa'u gochuu; Jimaa qaamnaan nama gurjeessa.

gurlamee ma.
GAO

hubboo xiqqoo yookiin daarbee gurra lama qofa qabdu.

guroo 1 ma.
GAO

daakuu yookiin biyyee yoo bishaan itti naqan wal qabatee hinburuqne, quraangurxii.

guroo 2 ma.
GAO

biqiltuu hiddi isaa haxanxaraatti ol yaa'ee bona keessa buusaa yookiin ija nyaatamu kennu; ija guroo...

gurra 1 ma.
GAO

1. qaama sagalee ittiin dhaga'an; Gurra hinqabduu kan yoo si yaaman hindhageenye. 2. maqaa; Gurraaf ...

gurra 2 ma.
GAO

dhaqna mi'a bakkee harkaan qabatan, qabannoo mi'aa; Akka si hingubne gurra jabanaa huccuun qabi.

gurra 3 ma.
GAO

maqaa mukaa.

Sponsors