Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
919 Jechoota
Gujii Gurraacha ma.
GAO

qulqulluu/balchaa.

Gujii 1 ma.
GAO

gosoota oromoo kibba oromiyaa keessatti argaman keessaa tokko.

Gujii 2 ma.
GAO

kutaa biyyaa kan  gosa Oromoo Gujii keeesa jiraatu.

Gujii Girjaa ma.
GAO

kan birqaan dhufiinsa isaa bakka Girjaa jedhamu.

gujja'a ma.
GAO

walitti  baay'acha,fuuta'a.

gujjii ad.
GAO

marga yookiin biqila walitti dhiyaatee marge yookiin namoota bakka tokkotti walitti dhiyaatanii dhaa...

gujufa ma.
GAO

tuullaa dikee /kosii/Haacee gombisaa gujuta irratti dhoofti.

gulana da.go.
GAO

yeroo ammaa kana booda, guulana; Hojii kana fixeedhe gulana haasofna.

gulantaa ma.
GAO

 ijaarsa mana keessaa kan boroodhaafi gola addaan kutu. 2. jirma yookiin gudeelcha bakka abiddaatii...

gumaa baasuu go.
GAO

1. nabsee nama harkatti baddeef gatii kennuu. 2. nama fira namaa ajjeese jalaa f1ra isaa ajjeesanii ...

gumaa balleessuu 1 go.
GAO

gatiin nabsee nama harkatti badee akka hin'argamne gochuu.

gumaa balleessuu 2 go.
GAO

midhaan,. yookiin mukti firii godhachuu dhiisuu, gumaan midhaanii yookiin mukaa yarachuu.

gumaa dhabuu 1 go.
GAO

midhaan yookiin mukti odoo firii (buusaa) hingodhatiin hafuu yookiin ooluu.

gumaa dhabuu 2 go.
GAO

gatii nabsee fira ofii (kan namni ajjeese) odoo hinfudhatiin hafuu.

gumaa dhiigaa
GAO

"gumaa 2" ilaalaa.

gumaa foonii ma.
GAO

foon muraa tokko.

gumaa ijaa ma.
GAO

qaama ijaa kan arguuf qarqaartu, agartuu; Ijaa si dhukkubeef hakiimiin gumaa ijaa limmoo sii haa war...

gumaa nyaachuu 1 go.
GAO

gatii nabsee fira ofii kan nama harkatti badee fudhachuu.

gumaa nyaachuu 2 go.
GAO

buusaa/firii/ midhaanii yookiin mukaa nyaachuu.

gumaa'a 2 ma.
GAO

1. itti dhiyaacha, jala ga'a yookiin bu'a; Horii kana itti gumaa'itii oofi. 2. walitti qabama yookii...

Sponsors