Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
919 Jechoota
golba ma.
GAO

lafti wadhakkaa keessaan gadi ciisu, bakkee bishaan irra ciisuu danda'u, dhooqa; Horiin golba seenan...

golbaa
GAO

dhibee loonii

golbachuu go.
GAO

golba ta'uu.

golbee ad.
GAO

waan.gomboobee keeesi ieaa golba ta'e.

golboo 1 ad.
GAO

1.lafa gadi dhooqu; Gundoo golboo isaa naa hodhi. 2. horii gaafti isaa dhedheeratee walitti gaggalag...

golboo 2 ma.
GAO

bakkee jabbii itti hidhan, gola.

gom'isiisuu go.
GAO

akka gom'u gochuu.

gom'ituu ad.
GAO

dubartii rakkoo dhalateef gadditu.

gom'uu go.
GAO

wanti ta'e nama jalaa du'ee yook1in badee 'aariin namatt1 dhaga'amuu yookiin garaan nama hammaachuu,...

gombisii ma.
GAO

mootummaa humnaan taayitaa irraabuusa,garagalcha; Mangistuu Niwaay Hayile Sillaae irratti gombisii h...

gombisiisuu go.
GAO

akka gombisu gochuu.

gombistuu
GAO

"gombisaa 1 " ilaalaa.

gombisuu go.
GAO

1. mataadhaan yookiin afaaniin gadi garagalchuu, dhundhulchanii ciibsuu, fuunduraan kuffisuu. 2. dha...

gomboo
GAO

"gongaa 2"ilaalaa.

gomboo 1 ma.
GAO

1. taba hidda yookiin muka qal'aa maranii hidhanii gareen tokko yoo konkolaachisu gareen biraa alaal...

gomboo 2 ma.
GAO

tuullaa yookiin dilbii qoraanii kan yeroo rakkoon qoraanii dhalatu bobeeffatan.

gombooba ma
GAO

mataan gadi jecha, duufa;Maalii gombo,baakka goraa aduun hubee?

gomboobaa ad.
GAO

waan ta'ee mataangadi duufu.

gomboobduu
GAO

waan dheertuu matan gadiduuftu.

gomboobsuu go.
GAO

akka gomboobu gochuu.

Sponsors