Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
919 Jechoota
girgirtaa'uu go.
GAO

muddamanii kan qabaniifi kan gadii lakkisan wallaaluu.

girgirteesaa ma.
GAO

taa'umsaafi ka'iisa dhabsiisa, muddanii kan qabaniifi kan gadi lakkisan wallaalchisa.

giro
GAO

"baaxii" ilaalaa.

giroo ma.
GAO

yaada garaa, haajaa, dhimma; Dhuftus haftus giroo kiyya ijaaji.

girrigirrii ma.
GAO

1. lolaa sodaafi  saamicha of keessaa qabu· Girrigirrii keessa akka hinsaamamne of eegi. 2.olii ga...

girrii ma.
GAO

goaa Oromoo kan Harargee Bahaatti argamu.

gishee ma.
GAO

rifeensa re'ee kan dhedheeraa ta'e; "Gishee qabaa hinurgufatu, afaan qabaa hindubbatu" kan hiikni is...

gita ad.
GAO

namoota dhalootaan, qabeenyaan yookiin humnaan wal qixxe; Gita keeti seetee kan daa'ima xiqqoo dhaan...

gita gita ad.
GAO

kan bifti wal fakkaatu; Waan kana gita gitaan addaan foyi.

gitumana ma
GAO

walqixxummaa, hiriyooma; Gitummaatu wal isaan dhabsiise.

gobaa ma.
GAO

muka yookiin agadaa baaqelaa, boqqolloo yookiin goommanaa kan qarrisaa lafa keessaa luka namaa waraa...

gobamuu go.
GAO

lolli ka' ee yookiin waa balleessanii dhaanamuu rukutamuu, haleelamuu.

Gobba 1 ma.
GAO

maqaa magaalaa guddittii kutaa biyya Baalee kan turte.

gobba 2 da.go.
GAO

walitti baay'acha.

gobbachuu go.
GAO

1. walitti yookiin bakkee toktotti baay'achuu; Miidhaan kun hingobbate. 2. furdachuu gobbuu "goobuu"...

goblaa ma.
GAO

qaama bitaamirga indaaqqoo, sembira yookiin allaattiitti bayee ittiin barri'an, koola, goochoo, baal...

gobsiisuu go.
GAO

akka gobu yookiin dhaanu gochuu.

gobuu go.
GAO

Iola itti kaasanii dhaanuu, rukutuu.

gocha ma.
GAO

waan ta'e hojjecha; Gocha kee kana dhiisi jennaan diddee; Gocha akkanaatti lammata hindeebi'in.

goda da.go.
GAO

gara gadii, daka; Horiin Jireenya goda oolaniiti galgala ol galu.

Sponsors