Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
919 Jechoota
gargada ma.
GAO

baala mukaa kan walitti gobbatee bokkaa nama irraa dhowwuu danda'u.

gargar baasuu go.
GAO

waan walitt jiru addaan fooyuu, adda adda baasuu, koba kobaatti baasuu

gargar foowuu
GAO

"gargar baasuu ilaalaa.

garichoo ma.
GAO

garaa kiyya (jaalallee kiyya jechuuf). 2. sagalee nama jaallatan yookiin shilatan ittiin yaaman.

garii ad.
GAO

odoo wal faana hinta'in, keessa keessa, darbee darbee; Garii dhufanii garii hafan.

garittuu da.go.
GAO

waanuma fedhe ta'u; Garittuu hinhafu.

garjalee ma.
GAO

kan garaa jala aanu, gara gadii. 2. teepha garaa fardaa jala naanna'ee kooraa fardaatti jabeessee ga...

garmaama ma.
GAO

farda yaabbatanii gulufsiisa, kaachisa. 2. asiifi achi utaalchisa; Garmaama abbaatu farda barsiifata...

garmaamsa
GAO

"garmaama" ilaalaa.

garmaamsuu go.
GAO

akka garmaamuu gochuu.

garmaamuu go.
GAO

1. farda yaabbatanii gulufsiisuu, kaachisuu. 2. farda asiifi achi utaalchisuu.

garmalee 1
GAO

"gara malee" ilaalaa

garmalee 2 ad.
GAO

baay'ee danuu.

garnisiisuu go.
GAO

akka gamisu /gamistu/ gochuu.

garo
GAO

"garii" ilaalaa.

garraamii ad.
GAO

kan amala hamaa hinqabne, kasoo, fayyaalessa.

gartii ma.
GAO

hubboo guddaa hamma ganii hingeenye.

gartokkee ad.
GAO

1 . waan lama kan walitti hidhame yookiin akkanumattl wal faana Jiru.

gartuu
GAO

"garee" ilaala.

gatachiisuu go.
GAO

akka ilmoon du'ee garaa bawu gochuu.

Sponsors