Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
919 Jechoota
gaggabsaa 1 ma.
GAO

gosa midhaanii kan yoo nyaatan nama gaggabsu.

gaggabsaa 2 ma.
GAO

waan nama jarjarsu, sardaa, ariifachiisaa.

gaggabsuu 1 go.
GAO

akka muddamu yookiin jarjaru gochuu.

gaggabsuu 2 go.
GAO

akka of wallaalu /wallaaltu/ gochuu, of wallaalchisuu.

gaggabuu 1 go.
GAO

dhibee, gammachuu yookiin naasuu irraa kan ka'e of wallaaluu.

gaggabuu 2 go.
GAO

waan ta'eef muddamuu yookiin jarjaruu; Namni garaa qabu waanuma argeef hingaggabu.

gajafa lallabuu go.
GAO

ol fuudhanii dubbachuu.

gajafa ma.
GAO

akka nama ayyaanni itti bu'eetti of raasa, iyya yookiin dalaga. 2. "ori'a" ilaalaa.

gajafsiisuu go.
GAO

akka gajafu /gajaftu/ gochuu.

gajaftuu ad.
GAO

1. dubartii akka nama ayyaanni itti bu'eetti of raastee iyyitu, dalagdu. 2.dubartii oriisaa guddistu...

gajafuu go
GAO

1. akka nama ayyaanni itti bu'eetti of raasuu, iyyuu yookiin dalaguu. 2. "ori'uu" ilaalaa.

gajamoo 1 ma.
GAO

dhaqna dubartii kan hinmuramin.

gajamoo 2 ma.
GAO

meeshaa haamtuu fakkaatu kan wayiin ciran.

gala 1 ma.
GAO

waa keessa seena wayitti liixa; 0l gala diddeeti ala dhaabbattaa?

gala 2 ma.
GAO

iddoo deemanii bakkee ofiitti deebi'a; "Dhaqaa gala nyaata, akka dhakaa daakuu."

galaa ma.
GAO

nyaata yeroo karaa deeman nyaachuudhaaf qopheeffatanii fudhatanii deeman; "shumburaan galaadhaa, kut...

galaafacha
GAO

"galaafata" ilaalaa.

galaafachiisuu go.
GAO

akka galaafatu /galaafattu/ gochuu.

galaafannaa
GAO

"galaafata" ilaalaa.

galaafata ma.
GAO

miidhaa guddaa irraan ga'a, ajjeecha; "Maasaan gamaa lafa hinbaatuu talbaa facaafata taatii, tokko h...

Sponsors