kan dhiyoo hinta'in; Karaa fageenya qabu deemeeti dadhabe.
akka fageessu gochuu.
fagootti geessuu, bakka duraa irraa baay'ee achi siiqsuu.
lafa dhiyoo hinta'in;Horiin lafa fagootti badan.
akka fagu gochuu.
1.of raasuu. 2. gar malee aaranii ori'uu; sa'a badeef ijoolleetti faga.
gara wallaalina, beekumsa dhaba.
nama beekumsa dhabe, 2. dawwee yookiin raata'aa.
gara wallaaluu, beekumsa dhabuu, raata'uu; Deegni nama fajacha.
itti bawuu; iJoolleen wal duraan abbaa fakkaatti.