fafa kan ta'e, xinnoo; Mucaa fafee tokkotu isa arabse.
akka fafeessu gochuu.
fafa taasisuu, xinneessuu; Laaxaa mureeti fafeesse.
"fataffata" ilaalaa.
of raasa, asiifi achi of darbacha.
dhiyaacha dhabiisa, achi siqa.
gara fagoo dhagsiisuu.
bakka duraa irraa achi siquu.
1. qaama teessumaa. 2. qaama ittiin hagan, hudduu. 3. qaama hormaata dubartii.
1. nama ayyaanni irratti bu'a jedhamu. 2. dubartii ayyaanni qabe.
gara fagootti geeffamuu, bakka dhiyoo hinta'initti dabarsamuu.