Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
694 Jechoota
faccifamuu go.
GAO

garasitti ittifamuu, dhowwamuu.

faccifamuu go.
GAO

garasitti ittifamuu, dhowwamuu.

faccisa ma.
GAO

ofi irraa ach1 ittisa; Faccisa s imalaa hundi hinbeeku.

faccisa ma.
GAO

ofi irraa ach1 ittisa; Faccisa s imalaa hundi hinbeeku.

faccisiisuu go.
GAO

akka faccisu gochuu.

faccisiisuu go.
GAO

akka faccisu gochuu.

faccisuu go.
GAO

ofi irraa achi ittisuu yookiin dhowwuu. 2. ulee ofi irra qabuu.

faccisuu go.
GAO

ofi irraa achi ittisuu yookiin dhowwuu. 2. ulee ofi irra qabuu.

fadda ma.
GAO

bal'ina kenna, bal'aa taasisa;. Jarri mana faddaa jiru.

fadda ma.
GAO

bal'ina kenna, bal'aa taasisa;. Jarri mana faddaa jiru.

fadduu go.
GAO

bal'aa taasisuu, bal'ina kennuu; Boyii itti faddeeti bishaan jallise.

fadduu go.
GAO

bal'aa taasisuu, bal'ina kennuu; Boyii itti faddeeti bishaan jallise.

fadhiidhoo
GAO

humna Kan hinqabne, dadhabaa Yookiin yaraa; Namni Fadhiidhoon hojjetee garaa nama hingawu.

faduula da.go.
GAO

otoo hinhubatin, tilmaamaan, dunyitti.

faduula da.go.
GAO

otoo hinhubatin, tilmaamaan, dunyitti.

fafa ad.
GAO

waan yartuu yookiin fokkuu; Saani jabbii tata dhalte.

fafa ad.
GAO

waan yartuu yookiin fokkuu; Saani jabbii tata dhalte.

fafachuu go.
GAO

1. fafa ta'uu; Sobni nama fafeessa. 2. hanquu ta'uu; Daarri miicamnaan fafate.

fafachuu go.
GAO

1. fafa ta'uu; Sobni nama fafeessa. 2. hanquu ta'uu; Daarri miicamnaan fafate.

fafee ad.
GAO

fafa kan ta'e, xinnoo; Mucaa fafee tokkotu isa arabse.

Sponsors