Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
694 Jechoota
faarsamuu go.
GAO

gaariidbaan maqaan (namaa) kaafamuu.

faarsituu ad.
GAO

1. dubartii faarsa beektu. 2,. nama sirba beeku, sirbituu.

faarsituu ad.
GAO

1. dubartii faarsa beektu. 2,. nama sirba beeku, sirbituu.

faarsuu go.
GAO

gaariidhaan maqaa namaa kaasuu; Dabessa faarsuun arrabsuudha.

faarsuu go.
GAO

gaariidhaan maqaa namaa kaasuu; Dabessa faarsuun arrabsuudha.

faartachiisuu go.
GAO

akka faarfatu gochuu.

faartachiisuu go.
GAO

akka faarfatu gochuu.

faashistii ma.
GAO

1.mootummaa Xaaliyaanii kan bara 1936 Itoophiyaa waraane: 2. nama gara jabeessa, hamaa, abbaa irree;...

faashistii ma.
GAO

1.mootummaa Xaaliyaanii kan bara 1936 Itoophiyaa waraane: 2. nama gara jabeessa, hamaa, abbaa irree;...

faashistummaa ma.
GAO

1. falaasama, ilaalchaafi dhaabbii siyaasaa biyya Xaaliyaaniitti (bara 1922) jalqabame, kan qomoo o...

faashistummaa ma.
GAO

1. falaasama, ilaalchaafi dhaabbii siyaasaa biyya Xaaliyaaniitti (bara 1922) jalqabame, kan qomoo of...

faasikaa
GAO

hiika soomii ji'a hiika soomii ji'a hinsooman.

faayidaa ma.
GAO

bu'aa waan hojjetan keessaa argatan; Faayidaa waan dhabeef dubbii dhiise.

faayidaa ma.
GAO

bu'aa waan hojjetan keessaa argatan; Faayidaa waan dhabeef dubbii dhiise.

faayilii banuu go.
GAO

nama himachuu;Qabata kaloo sanaa faayilii isatti bane.

faayilii banuu go.
GAO

nama himachuu;Qabata kaloo sanaa faayilii isatti bane.

faayilii cufuu go.
GAO

himannaa dhiisuu yookiin himannaa fixuu; Namicha lola kaasetu faayilii cufe.

faayilii cufuu go.
GAO

himannaa dhiisuu yookiin himannaa fixuu; Namicha lola kaasetu faayilii cufe.

faayilii ma.
GAO

waraqata dubbiin namaa katabamee keessa kaawamu.

faayilii ma.
GAO

waraqata dubbiin namaa katabamee keessa kaawamu.

Sponsors