Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
694 Jechoota
faaqsisuu go.
GAO

akka faaqu gochuu.

faaquu go.
GAO

qola irraa kaasuu yookiin gogaa irraa duuguu; Faaqiin gogaa faaqeeti bula.

faaquu go.
GAO

qola irraa kaasuu yookiin gogaa irraa duuguu; Faaqiin gogaa faaqeeti bula.

faara ad.
GAO

rakkoo malee, nagaa.

faara ad.
GAO

rakkoo malee, nagaa.

faara dhabuu go.
GAO

nagaa dhabuu, dhukkubsachuu.

faara dhabuu go.
GAO

nagaa dhabuu, dhukkubsachuu.

faara dhowwuu go.
GAO

nagaa dhabsiisuu, akka dhibamu gochuu.

faara dhowwuu go.
GAO

nagaa dhabsiisuu, akka dhibamu gochuu.

faara qabaachuu go.
GAO

nagaa argachuu, namqtti wayyaa'uu.

faara qabaachuu go.
GAO

nagaa argachuu, namqtti wayyaa'uu.

faarfachuu
GAO

"faarsachuu" ilaalaa.

faarfamuu
GAO

"faarsamuu" ilaalaa.

faarsa ma.
GAO

sirba gaarti isaa kaasanii Sirban; Daboon loon faarsa.

faarsa ma.
GAO

sirba gaarti isaa kaasanii Sirban; Daboon loon faarsa.

faarsaa ma.
GAO

sagaleegalataa (amantii Kiristaanaa).

faarsaa ma.
GAO

sagaleegalataa (amantii Kiristaanaa).

faarsachuu go.
GAO

jaalalaan maqaa namaa kaasuu, mararsiifachuu.

faarsachuu go.
GAO

jaalalaan maqaa namaa kaasuu, mararsiifachuu.

faarsamuu go.
GAO

gaariidbaan maqaan (namaa) kaafamuu.

Sponsors