1. fuula walitti suntuursuu. 2. namatti oori'uu.
fuula keessa diimachuu. - gammachuun namatti dhagayamuu.
qaama funyaan, afaan, ijji, maddiiniifi addi irratti argaman.
hojii nama qarqaaruu; Ollaatu aramaa xaafii fuula qabeef.
otoo dhoksaatti hinta'in, ifatti.
"fuula dura" ilaalaa.
"fuula dura bu'uu" ilaalaa.
bakkee yoo dhaabbatan mul'achuu danda'an; Fuulleettii bayeeti isa qabate.
mi'a fardaa yookiin gaangee kan fuulatti kaa'anii lookoodhaan harkisan.
"funfacha" ilaalaa.
"funfachiisuu"ilaalaa.
"funfachuu" ilaalaa.
"funfatamuu" ilaalaa.
1.akka fuudhu gochuu; Jaarsi ilma fuusisa . 2. akka fudhatu gochuu.