Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
694 Jechoota
funuunfamuu go.
GAO

funuunni nama keessaa baafamuu.

funuunsuu go.
GAO

akka funuunu gochuu.

funuunuu go.
GAO

dhiigni funyaaniin nama yaa'uu.

funyaalessa ma.
GAO

kophee faana jalaa kan amartii qubni abuudduu keessa oolu qabu; Mucaan Dirree Dhowa buuteeti kophee ...

funyaan butuu go.
GAO

nyaara namatti guuruu; Isa argeetu funyaan itti bute.

funyaan gindii ma.
GAO

uraa mataa gindii.

funyaan ma.
GAO

qaama ittiin urgeeffatan; Waan urgaa 'uufi waan xiraa 'u funyaaniin baru.

funyaaniifi afaan ad. go.
GAO

walitii dhiyoo; Manni isaanii funyaanifi afaani.

funyoo 1 ma.
GAO

waan foyamaa wayiin hidhan; Funyoon migiraa waan ciccituuf hoolaa hinhidhu.

funyoo 2 ma.
GAO

bakka qonyee wanti tokko itti hidhamu.

fura 1 ma.
GAO

marga gogee caccabe; Horiin bona fura funaannateeti bishaan dhuga.

fura 2 ma.
GAO

1. hidhaa itti laaffisa. 2. boqanaa kenna.

furamuu go.
GAO

1. boqonnaa argachuu; Qoricha erga fudhatee furame. 2. itti laaffisamuu; Korkoddaan (hidhaan) itti f...

furdaa ad.
GAO

kan foon qabu, gabbataa.

furdachuu go.
GAO

foon baasuu, gabbachuu.

furdifamuu go
GAO

akka furdatu godhamuu soramuu.

furdisiisuu go.
GAO

akka furdisu gochuu.

furdisuu go.
GAO

sooranii gabbisuu; Soogiddi horii nifurdisa.

furfura'uu go.
GAO

akka furfuru gochuu; Bishaan itti jal'iseeti bo'oo furturse.

Furfurri
GAO

1.dhidhiita'a qaamaa 2 .walitti baayacha bishaanii; Furfurri dol'aa ceehuu hindhowwatu.

Sponsors