waan yartuu . (kan akka qolaa) .waan guddaa irraa baye (ka'e), folloqsaa; folloqni ejersaa jiidh...
1 .humnaan garagalcha; Fonqolcha gichaatu dhubbaa harkatti baase. 2. humnaan taayitaa irraa buusa.
1 . humnaan waan ta'e garagalchuu; Maarashaa haaraadhaan fonqolchee qote. 2. humnaan taayitaa irraa ...
1. hidhaa yookiin funyoo fooyame. 2. jirbii dhahamuuf qophaa'e; Foohaa biteeti daara dhoofsifate. 3....