Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
694 Jechoota
fincaa'aa ad.
GAO

bishaan laga gaara irraa gadii dhanga Fincaa'aa guddaan humna korreentii baasuuf nama qarqaara.

fincaa'uu
GAO

fincaan keessaa baasuu.

fincaa'uu
GAO

fincaan keessaa baasuu.

fincaan ma.
GAO

bishaan hinbarbaadamne kan afuuffee keessaa karaa qaama hormaata bawu.

fincaan ma.
GAO

bishaan hinbarbaadamne kan afuuffee keessaa karaa qaama hormaata bawu.

fincilamuu go.
GAO

aangoo buufamuu; Dura taa'a qocee bulaa waan ameef haaraa filatan.

fincilamuu go.
GAO

aangoo buufamuu; Dura taa'a qocee bulaa waan ameef haaraa filatan.

finnoo
GAO

1."finniisa" ilaalaa. 2. "maaritee" ilaalaa.

finxira ma.
GAO

dhugaatii, nyaata, w.k.f., qabata bittaafi gurgurtaatiin nama obaasan yookiin namaa laatan.

finxira ma.
GAO

dhugaatii, nyaata, w.k.f., qabata bittaafi gurgurtaatiin nama obaasan yookiin namaa laatan.

finxiriira ma.
GAO

humnaan fiigicha, burraaqa.

finxiriira ma.
GAO

humnaan fiigicha, burraaqa.

finxiriirsuu go.
GAO

akka finxiriiru gochuu; Otoo aduun hincabin hoolota finxiriirsee galche.

finxiriirsuu go.
GAO

akka finxiriiru gochuu; Otoo aduun hincabin hoolota finxiriirsee galche.

finxiriiruu go.
GAO

humnaan fiiguu; Saan eegee randa irra facaatteeti finxiriirte.

finxiriiruu go.
GAO

humnaan fiiguu; Saan eegee randa irra facaatteeti finxiriirte.

fira ad.
GAO

1.aantee dhaloota irraa dhufuu. 2. aantee beekumsaa.

fira ad.
GAO

1.aantee dhaloota irraa dhufuu. 2. aantee beekumsaa.

firdii
GAO

"murtii" ilaalaa.

firee ma.
GAO

buusaa yookiin ija kan yoo facaasan marguu danda'u.

Sponsors