Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
694 Jechoota
filachuu go.
GAO

1. kan dhiyaatiin kee fo'achuu. 2. mataa filaa wal qixxeeffachuu.

filama ma.
GAO

1. wal qixxeeffama; Filama mataa jibbeeti mucaa lole. 2. keessaa fe'ama, Filama namichaatu isa aarse...

filamuu go.
GAO

1. rifeensi mataa wal qixxeeffamuu. 2. bakka barbaachisutti fo'amuu ; Bokkuu ta'uuf filame.

filata
GAO

bakka barbaachisutti fo'acha, addaan baafacha rifeensa mataa wal qixxeeffacha.

filchata ma.
GAO

hiika sooma kudha shanii, kan warri amantii Ortodoksii hordofan sooman.

filee ma.
GAO

gaafa horii, keessattuu kan qara qabu "filaa" ilaalaa.

filii ma.
GAO

sanyii faca'ee dhaabbachuu jala ga'e; Filii baa'ee dhaabbate.

filmaata
GAO

"filata 1" ilaala

filsata
GAO

"filchata" ilaala

filsiisuu go.
GAO

akka filu gochuu.

filsiisuu go.
GAO

akka filu gochuu.

filuu go.
GAO

rifeensa filaadhaan wal qixxeessa kan dhiyaate keessaa qoba baasuu, fo'uu.

fincaa'aa ad.
GAO

bishaan laga gaara irraa gadii dhanga Fincaa'aa guddaan humna korreentii baasuuf nama qarqaara.

Sponsors