Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
694 Jechoota
fayyaa qabaachuu go.
GAO

nagaa ta'uu wayyoo ta'uu.

fayyaa qabaachuu go.
GAO

nagaa ta'uu wayyoo ta'uu.

fayyaada'uu go.
GAO

fayyaa argachuu,fayyaa ta'uu, barakachuu.

fayyaada'uu go.
GAO

fayyaa argachuu,fayyaa ta'uu, barakachuu.

fayyifamuu go.
GAO

nagaa argachuu,dhibee irraa ooluu.

fayyifamuu go.
GAO

nagaa argachuu,dhibee irraa ooluu.

fayyisaa ad.
GAO

kan fayyisu, dhibee kan itti wayyeessu.

fayyisaa ad.
GAO

kan fayyisu, dhibee kan itti wayyeessu.

fayyisiisuu go.
GAO

akka fayyisu gochuu.

fayyisiisuu go.
GAO

akka fayyisu gochuu.

fayyuu go.
GAO

1.nagaa ta'uu, dhinuu, dhukkubsatanii keessaa bawuu. 2. wal qabee walitti bawuu yookiin wal gadhiisu...

fayyuu go.
GAO

1.nagaa ta'uu, dhinuu, dhukkubsatanii keessaa bawuu. 2. wal qabee walitti bawuu yookiin wal gadhiisu...

fe'a ma.
GAO

dugda waan ta'ee irratti ba'aa hidhiisa.

fe'a ma.
GAO

dugda waan ta'ee irratti ba'aa hidhiisa.

fe'achuu go.
GAO

1.ba'aa horii fe'iisaa irra keewwatanii qophaa'uu. 2. fe'anii kaafachuu. 3. gar malee fudhachuu; Ny...

fe'achuu go.
GAO

1.ba'aa horii fe'iisaa irra keewwatanii qophaa'uu. 2. fe'anii kaafachuu. 3. gar malee fudhachuu; Nya...

fe'amuu 1 go.
GAO

dugda waan ta'ee irratti ba'aan keewwamuu yookiin hidhamuu.

fe'amuu 1 go.
GAO

dugda waan ta'ee irratti ba'aan keewwamuu yookiin hidhamuu.

fe'amuu 2 go.
GAO

waanti garaa bu'u karaa maqee boombaani hafuuraa yeroodhaaf cuqqaalamuu.

fe'amuu 2 go.
GAO

waanti garaa bu'u karaa maqee boombaani hafuuraa yeroodhaaf cuqqaalamuu.

Sponsors