dhiyaana ganamaa,bultee, ciree, qursii.
moluu bitaa mirgaa kan dhaloota irraa dhufu; Faaxuun moluu miti.
akkasumaan boona, of tuula.
akka faxuulu gochuu.
waan qabaniin boonuu yookiin kooruu; Beekaan waan qabuun hinfaxuulu.
dhibee dhabiisa ykn nageenya argacha.
nagaa kan ta'e! dhibee kan hinqabne.
hir' uu kan hinta'in, guutuu; Amoolee fayyaa hoolaadhaa kenne.
nagaa dhabuu,dhukkubsachuu.