Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
694 Jechoota
fataffatuu go.
GAO

1. fataffata qopheessuu, faffatuu 2. dubbll waliin dhawuu.

fatanaa
GAO

"qorumsa" ilaalaa.

fattaga ma.
GAO

tumiinsa midhaanii akka garbuu.

fattaga ma.
GAO

tumiinsa midhaanii akka garbuu.

fattagaa ad.
GAO

kan fattagame;Fattagaan qamadii akaawwii hinta'u.

fattagaa ad.
GAO

kan fattagame;Fattagaan qamadii akaawwii hinta'u.

fattagamuu go.
GAO

waanti akka garbuu tumumee qolli irraa baafarnuu.

fattagamuu go.
GAO

waanti akka garbuu tumumee qolli irraa baafarnuu.

fattagsiisuu go.
GAO

akka fattagu gochuu.

fattagsiisuu go.
GAO

akka fattagu gochuu.

fattaguu go.
GAO

midhaan akka garbuu dhuubanii qola irraa tumuu; Qixxaan qamadii hoggaa fattagan addaata.

fattaguu go.
GAO

midhaan akka garbuu dhuubanii qola irraa tumuu; Qixxaan qamadii hoggaa fattagan addaata.

fattanamuu go.
GAO

fatanaa ykn qorumsa fudhachuu, qoratamuu.

fattanamuu go.
GAO

fatanaa ykn qorumsa fudhachuu, qoratamuu.

fattansiisuu go.
GAO

akka fatanaa yookiin qorumsa kennu gochuu.

fattansiisuu go.
GAO

akka fatanaa yookiin qorumsa kennu gochuu.

fattanuu go.
GAO

fatanaa yookiin qorumsa kennuu.

fattanuu go.
GAO

fatanaa yookiin qorumsa kennuu.

fattee ma.
GAO

uumama luka afurii kan miilla dheeraafi harka gabaabaa, kan naannoo lafa hiidhi yookiin bishaanni ji...

fattee ma.
GAO

uumama luka afurii kan miilla dheeraafi harka gabaabaa, kan naannoo lafa hiidhi yookiin bishaanni ji...

Sponsors