murtii yookiin firdii kennuu, murteessuu; Jabana gadhee firdii argachuun eebba guddaadha.

waan hamaa yookiin gadhe ; Namni hubboo duwwaa baatee ganama namatti dhufu farra Jedhama.