Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
694 Jechoota
falmachuu go.
GAO

kooti jedhanii mormachuu; Ofumaq falmadhu malee abukaattoo hinbitiin.

falmachuu go.
GAO

kooti jedhanii mormachuu; Ofumaq falmadhu malee abukaattoo hinbitiin.

falmuu go.
GAO

mormaa itti kaasuu, kan kee miti kan kooti jedhanii seeraan qabuu.

falmuu go.
GAO

mormaa itti kaasuu, kan kee miti kan kooti jedhanii seeraan qabuu.

faltii ma.
GAO

haga horii yokiin waan horiin hagu, dhoqqee horii.

faltii ma.
GAO

haga horii yokiin waan horiin hagu, dhoqqee horii.

faltiitii
GAO

"faltii" ilaalaa.

faluu go.
GAO

fala itti barbaaduu; Falateeti du'a jalaa ba'e.

faluu go.
GAO

fala itti barbaaduu; Falateeti du'a jalaa ba'e.

fandalala ma.
GAO

1.hojii malee asiifi achi deeminsa. 2. boqonnaa fudhacha.

fandalala ma.
GAO

1.hojii malee asiifi achi deeminsa. 2. boqonnaa fudhacha.

fandalaluu go.
GAO

qilleensa fudhachuuf jecha asiifi achi deemuu. 2. uffata qulqulluu uffatanii aara galfachuu; Namni ...

fandalaluu go.
GAO

qilleensa fudhachuuf jecha asiifi achi deemuu. 2. uffata qulqulluu uffatanii aara galfachuu; Namni m...

fannifamuu go.
GAO

1.wayitti rarraafamuu. 2. funyoodhaan ajjeefamuu.

fannifamuu go.
GAO

1.wayitti rarraafamuu. 2. funyoodhaan ajjeefamuu.

fannisa ma.
GAO

rarraasa waan ta'ee.

fannisa ma.
GAO

rarraasa waan ta'ee.

fannisuu go.
GAO

1.wayirratti diruu. 2. haada gatanii ajjeesuu; Hattuu nihidhu malee hinfannisan.

fannisuu go.
GAO

1.wayirratti diruu. 2. haada gatanii ajjeesuu; Hattuu nihidhu malee hinfannisan.

fannoo diimaa ma.
GAO

mallattoo waldaa Kiristiyaanotaan dhaabbate kan nama balaan adda addaa irra ga'e, keessattuu loltuu ...

Sponsors