Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
694 Jechoota
falfalamuu go.
GAO

1. qolli irraa kaafamuu. 2. ifatti baafamuu.

falfalamuu go.
GAO

1. qolli irraa kaafamuu. 2. ifatti baafamuu.

falfalchiisuu
GAO

"falfalsiisuu" ilaalaa.

falfalsiisuu go.
GAO

akka falfalu gochuu.

falfalsiisuu go.
GAO

akka falfalu gochuu.

falfaluu 1 go.
GAO

firee yookiin ija midhaanii qola keessaa yookiin mataa isaa irraa baasuu; Boqqolloo falfaleeti qoro...

falfaluu 1 go.
GAO

firee yookiin ija midhaanii qola keessaa yookiin mataa isaa irraa baasuu; Boqqolloo falfaleeti qoroq...

falfaluu 2 go.
GAO

1. falfala hojjechuu, moruu. 2. hamaa dubbachuu; Jaartiin ganamaan falfala dubbatteeti ilmi ishii lo...

falfaluu 2 go.
GAO

1. falfala hojjechuu, moruu. 2. hamaa dubbachuu; Jaartiin ganamaan falfala dubbatteeti ilmi ishii lo...

falka beekuu go.
GAO

akkaataa beekuu.

falka beekuu go.
GAO

akkaataa beekuu.

falka ma.
GAO

akkaataa waa ittiin hojjetan.

falka ma.
GAO

akkaataa waa ittiin hojjetan.

falka wallaaluu go.
GAO

akkaataa waa ittiin hojjetan wallaaluu.

falka wallaaluu go.
GAO

akkaataa waa ittiin hojjetan wallaaluu.

falma ma.
GAO

kan kee miti kan kooti jecha, mormaa kaasa, seeraan nama ,qabiisa, falmii.

falma ma.
GAO

kan kee miti kan kooti jecha, mormaa kaasa, seeraan nama ,qabiisa, falmii.

falmachiisuu go.
GAO

akka falmatu gochuu.

falmachiisuu go.
GAO

akka falmatu gochuu.

Sponsors