Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
694 Jechoota
falachuu go.
GAO

haadho irraa baasuu, qulqullaa'uu; Jaartiin erga falattee wayyoofte.

falahaana
GAO

"fal'aana" ilalaa.

falamuu go.
GAO

1. waan hamaa jalaa bawuu, qulqulluu ta'uu; Erga manni falamee itti galan. 2. "falmuu" ilaalaa.

falaq gochuu go.
GAO

waan ta'e banuu, cufaa dhabsiisuu; Balbala falaq godheeti saree manatti galche.

falaxaa ma.
GAO

1. qoraan babbaqaqfame. 2. muka babbaqaqee dallaatti yookiin manaaf qophaa'e, laaxaa; Falaxaadhaan ...

falaxaa ma.
GAO

1. qoraan babbaqaqfame. 2. muka babbaqaqee dallaatti yookiin manaaf qophaa'e, laaxaa; Falaxaadhaan d...

falaxachuu go.
GAO

muka yookiin qoraan babbaqaqfachuu, qaqallifachuu; Gumcuu. falaxachuuf qottoo fudhatee baye.

falaxamuu go.
GAO

addaan baqaqfamuu, qaqallifamuu; Mukni ijoo qabu sirriitti hinfalaxamu.

falfala 1 ma.
GAO

qola irraa baasa; Falfala boqqolloo ijoolleen hinbeektu. 2. dubbii baasa yookiin hima, 1. dubbiitu g...

falfala 2 ma.
GAO

hamaa hojjecha, ammeenya; Falfalaaf handaaqqoo gurraacha bitan.

falfalaa ad.
GAO

1. nama moru. 2. nama hamaa; Namichi falfalaan sun maqaa isa balleesse.

Sponsors