Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
694 Jechoota
F, f
GAO

qubee Oromoo kan tarree ja'affaa irratti argamu.

F, f
GAO

qubee Oromoo kan tarree ja'affaa irratti argamu.

fa'a
GAO

fufa waan beekamaa kan lakkqofsa tokkoo ol qabu agarsiisu; Fufi kun maqaa wajjin galuu danda'a ; Kan...

fa'a
GAO

fufa waan beekamaa kan lakkqofsa tokkoo ol qabu agarsiisu; Fufi kun maqaa wajjin galuu danda'a ; Kan...

fa'i
GAO

fa'a ilaalaa.

fa'i
GAO

fa'a ilaalaa.

faa
GAO

"-fa'a" ilaalaa.

faabriikaa
GAO

"warshaa" ilaalaa.

faacha ma.
GAO

1. eegee arbaa. 2.eegee horii: Faachaan titiisa ofi irraa ittisa.

faacha ma.
GAO

1. eegee arbaa. 2.eegee horii: Faachaan titiisa ofi irraa ittisa.

faachoo
GAO

"faacha 2" ilaalaa.

faafa ma.
GAO

teessumaafi dhaabbii dhowwa.

faafa ma.
GAO

teessumaafi dhaabbii dhowwa.

faafamuu go.
GAO

oliifi gadi oofamuu, muddamuu; Mucaa faafeeti.balaa irra buuse.

faafamuu go.
GAO

oliifi gadi oofamuu, muddamuu; Mucaa faafeeti.balaa irra buuse.

faaffa'uu go.
GAO

foon baasuu, furdachuu.

faaffa'uu go.
GAO

foon baasuu, furdachuu.

faaffaa ma.
GAO

daakuu midhaan adda addaa irraa qophaa'ee ijoolleedhaa marqan; Faaffaan ijoollee furdisa.

faaffaa ma.
GAO

daakuu midhaan adda addaa irraa qophaa'ee ijoolleedhaa marqan; Faaffaan ijoollee furdisa.

faafuu go.
GAO

1. oliifi gadi oofuu, mudduu. 2. gar malee aarsuu; Niitii kan faafu hinaafeeti.

Sponsors