Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
236 Jechoota
emarsiisuu go.
GAO

akka gorsa kennu gochuu.

emaruu go.
GAO

akka gaarii hojjetu itti himuu, karaa gaarii qabsiisuu, gorsuu.

emaruu go.
GAO

akka gaarii hojjetu itti himuu, karaa gaarii qabsiisuu, gorsuu.

emmee
GAO

"eemmee" ilaalaa.

emmoo
GAO

"eemmee 2" ilaalaa.

ennaa da.go.
GAO

hoggaasan, yeroo san; Ennaa ijoollummaa hojii baruun galgalaaf namaa ta'a.

ennaa da.go.
GAO

hoggaasan, yeroo san; Ennaa ijoollummaa hojii baruun galgalaaf namaa ta'a.

ennas da.go.
GAO

yeroo san, hoggaa san.

ennas da.go.
GAO

yeroo san, hoggaa san.

erba ma.
GAO

wayyaa tarsa'etti carqii hodhuu, suphuu.

erba ma.
GAO

wayyaa tarsa'etti carqii hodhuu, suphuu.

erbachuu go.
GAO

wayyaa nama jalaa tarsa'e carqii itti buufachuu, suphachuu.

erbachuu go.
GAO

wayyaa nama jalaa tarsa'e carqii itti buufachuu, suphachuu.

erbamuu go.
GAO

carqiin itti hodhamuu, suphamuu.

erbamuu go.
GAO

carqiin itti hodhamuu, suphamuu.

erbee ma.
GAO

1. carqii xiqqoo wayya tarsa'etti hodhanii qaawaa ittiin duuchan. 2. gogaa hoolaa yookiin re'ee.

erbee ma.
GAO

1. carqii xiqqoo wayya tarsa'etti hodhanii qaawaa ittiin duuchan. 2. gogaa hoolaa yookiin re'ee.

erbisiisuu go.
GAO

akka erbu gochuu.

erbisiisuu go.
GAO

akka erbu gochuu.

erbuu go.
GAO

1. wayyaa tarsa'etti erbee buusuu, suphuu. 2. fayyisanii akka jireenyi isaa dheeratu gochuu.

Sponsors