Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
236 Jechoota
elmachiisuu go.
GAO

akka elmattu gochuu.

elmachiisuu go.
GAO

akka elmattu gochuu.

elmachuu go.
GAO

aannan mucha sa'aa keessaa baasanii fudhachuu.

elmachuu go.
GAO

aannan mucha sa'aa keessaa baasanii fudhachuu.

elmamaa ad.
GAO

tan aannan kennitu, tan elmamtu. 2. kan gar malee huqqatte yookiin waan qabdu fixatte.

elmamaa ad.
GAO

tan aannan kennitu, tan elmamtu. 2. kan gar malee huqqatte yookiin waan qabdu fixatte.

elmamtuu ad.
GAO

1. tan aannan kennitu. 2. tan gar malee huqqatte yookiin waan qabdu fixatte.

elmamtuu ad.
GAO

1. tan aannan kennitu. 2. tan gar malee huqqatte yookiin waan qabdu fixatte.

elmamuu go.
GAO

1. diddaa malee aannan kennuu. 2. gara malee huqqachuu. 3. gara malee hirii baasuu, hiyyoomuu.

elmamuu go.
GAO

1. diddaa malee aannan kennuu. 2. gara malee huqqachuu. 3. gara malee hirii baasuu, hiyyoomuu.

elmannaa ma.
GAO

aannan mucha sa'aa keessaa baafacha.

elmannaa ma.
GAO

aannan mucha sa'aa keessaa baafacha.

elmisiisuu go.
GAO

akka elmu gochuu.

elmisiisuu go.
GAO

akka elmu gochuu.

elmuu go.
GAO

mucha sa'aa keessaa aannan baasuu. 2, qabeenya namaa tokko tokkoon guuranii fixuu.

elmuu go.
GAO

mucha sa'aa keessaa aannan baasuu. 2, qabeenya namaa tokko tokkoon guuranii fixuu.

emara
GAO

"eemara" ilaalaa.

emaramuu go.
GAO

waanti wayii namatti himamuu, gorfamuu.

emaramuu go.
GAO

waanti wayii namatti himamuu, gorfamuu.

emarsiisuu go.
GAO

akka gorsa kennu gochuu.

Sponsors