rakkina du'aan booda nama qaqqaba jedhamu.
"ekeraa 3 " ilaalaa.
waan nama huqqistu, kan ekeraa nama fakkeessitu.
ji'a bokkaan didichee roobu, Hagayya.
humna abiddaa kan bishaan yookiin gaazii irraa argamu.
1. akkaataa aannan mucha sa'aa keessaa gadi yaasan. 2. "elemtuu" ilaalaa.
akka elmu gochuu.
mi'a aannan itti elman yookiin itti cimmisan.
caaccuu bareedaaf mataa daa'imaatti yookiin mi'aatti diran.
"elemaa 1" ilaalaa.
1. yeroo horiin elmamtu. 2. hara malee irraa fudhachuu, deegsa, fixachiisa.