Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
236 Jechoota
ejja ma.
GAO

seeraan alatti dhiirri dubartii yookiin dubartiin dhiira bira dhaqa.

ejja ma.
GAO

seeraan alatti dhiirri dubartii yookiin dubartiin dhiira bira dhaqa.

ejje.
GAO

jecha tuffii yookiin Jibba ittiin agarsiisan.

ejje.
GAO

jecha tuffii yookiin Jibba ittiin agarsiisan.

ejjechii'a go.
GAO

akka dhaabbatu gochuu.

ejjechii'a go.
GAO

akka dhaabbatu gochuu.

ejjechuu go.
GAO

taa'uu yookiin deemuu dhiisanii dhaabbachuu.

ejjechuu go.
GAO

taa'uu yookiin deemuu dhiisanii dhaabbachuu.

ejjichiisuu go.
GAO

akka ejjatu gochuu.

ejjichiisuu go.
GAO

akka ejjatu gochuu.

ejjituu ad.
GAO

dubartii hara malee dhiira adamsitu.

ejjituu ad.
GAO

dubartii hara malee dhiira adamsitu.

ejjummaa
GAO

"ejja" ilaalaa.

ejjuu
GAO

seeraan alatti dubartiin dhiira yookiin dhiirri dubartii bira dhaquu.

eker dubbiftuu ad.
GAO

nama ekeraa nama du'ee dubbisee yaada irraa fuudhuu danda'a jedhamu.

eker dubbiftuu ad.
GAO

nama ekeraa nama du'ee dubbisee yaada irraa fuudhuu danda'a jedhamu.

ekeraa ma.
GAO

1. bifa nama du'ee Kan hirriba keessa namatti dhufu. 2 . yaada yaraa yookiin farra. 3. nama gara ma...

ekeraa ma.
GAO

1. bifa nama du'ee Kan hirriba keessa namatti dhufu. 2 . yaada yaraa yookiin farra. 3. nama gara mal...

ekeraa'uu go.
GAO

huqqatanii lafeetti bawuu.

ekeraa'uu go.
GAO

huqqatanii lafeetti bawuu.

Sponsors