Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
236 Jechoota
eela 2 ma.
GAO

1. bool'a galoo itti kuusuudhaaf bona qotanii qopheessan. 2. haroo bishaanli kan bona dhuguuf yookii...

eela 2 ma.
GAO

1. bool'a galoo itti kuusuudhaaf bona qotanii qopheessan. 2. haroo bishaanli kan bona dhuguuf yookii...

eela 3 ma.
GAO

bishaan bool'a keessa ciisu.

eela 3 ma.
GAO

bishaan bool'a keessa ciisu.

eelchuu go.
GAO

akka eelu gochuu.

eelchuu go.
GAO

akka eelu gochuu.

eelee biddeenaa ma.
GAO

eelee suphee irraa qophaa'u kan biddeena itti tolchan.

eelee biddeenaa ma.
GAO

eelee suphee irraa qophaa'u kan biddeena itti tolchan.

eelee buddeenaa
GAO

"eelee biddeenaa" ilaala.

eelee buddeenaa
GAO

"eelee biddeenaa" ilaala.

eelee ma.
GAO

sibila yookiin suphee diriiraa kan waa irratti bilcheessan.

eelee ma.
GAO

sibila yookiin suphee diriiraa kan waa irratti bilcheessan.

eelee sibiilaa ma.
GAO

1.eelee sibiila irraa tolfa'u ka biddeena yookiin qixxaa irratti tolchan. 2. eelee waa irratti akaaw...

eelee sibiilaa ma.
GAO

1.eelee sibiila irraa tolfa'u ka biddeena yookiin qixxaa irratti tolchan. 2. eelee waa irratti akaaw...

eemara ma.
GAO

hima yooki1n gorsa karja gaarii nama qabsiisu.

eemara ma.
GAO

hima yooki1n gorsa karja gaarii nama qabsiisu.

eemmee ma.
GAO

1. dhala sa'aa, jabbii. 2. sagalee Jabbii ittin waaman.

eemmee ma.
GAO

1. dhala sa'aa, jabbii. 2. sagalee Jabbii ittin waaman.

eemmoo
GAO

ree'ee ilaalaa.

eenga'aa ad.
GAO

kan eenga'u.

Sponsors