Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
236 Jechoota
ergisiisuu go.
GAO

akka ergisu gochuu.

ergisuu go.
GAO

ergisa kennuu.

ergisuu go.
GAO

ergisa kennuu.

erguu go.
GAO

ergaa geessu yookiin ergaa dabarsu gochuu.

erguu go.
GAO

ergaa geessu yookiin ergaa dabarsu gochuu.

essa
GAO

"eessa" ilaalaa.

eyibora ma.
GAO

bitawaa yookiin amartii guddaa ilkaan arbaa irraa hojjetamee dubart11n irreetti keewwattu.

eyibora ma.
GAO

bitawaa yookiin amartii guddaa ilkaan arbaa irraa hojjetamee dubart11n irreetti keewwattu.

eyinaba ma.
GAO

hidda buufni isaa akka buusaa harbuu walitti tutu, wayina.

eyinaba ma.
GAO

hidda buufni isaa akka buusaa harbuu walitti tutu, wayina.

eyyama ma.
GAO

eyyee jecha, tole Jecha, walii gala, hayyama, eehama; Eyyama argateeti barumsa calqabe.

eyyama ma.
GAO

eyyee jecha, tole Jecha, walii gala, hayyama, eehama; Eyyama argateeti barumsa calqabe.

eyyamsiisuu go.
GAO

eyyama kennisiisuu, haa ta'u jechisiisuu.

eyyamsiisuu go.
GAO

eyyama kennisiisuu, haa ta'u jechisiisuu.

eyyamuu go
GAO

eyyama kennuu, tole jechuu.

eyyamuu go
GAO

eyyama kennuu, tole jechuu.

Sponsors