kan rakkoon irra gaye.
rakkoon adda addaa nama argachuu, dhiphamuu.
rakkina irraan gawuu, dhiphisuu, miidhuu.
erga akkasta'een booda; Maalummaan ergas beekame.
yeroo sanaan as, sanaan booda; Ergasii homaa hindhageenye.
yoo ta'uu baate; Dh1been kun sidhiisuu didee ergasuu biyya deemi.
ergisa fudhachuu.
miini yookiin horiin ergisa namaa kenna.
waan booda galu namaaf kenna.
waan nama irraa fudhatan, kan booda abbaadhaa deebi'u.
akka ergisu gochuu.