Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
236 Jechoota
ebicha
GAO

"eebicha" ilaalaa.

eda da.go.
GAO

halkan darbe, halkan kaleessaa.

eda da.go.
GAO

halkan darbe, halkan kaleessaa.

edaa da. go.
GAO

jecha yeroo waa namaa galu ittiin beeksisan; Edaa akkas ture?

edaa da. go.
GAO

jecha yeroo waa namaa galu ittiin beeksisan; Edaa akkas ture?

Edana da.go.
GAO

halkan har'aa, halkan dhufu.

Edana da.go.
GAO

halkan har'aa, halkan dhufu.

eddoo da.go.
GAO

bakka yookiin urgee; Manni kee eddoo kamii?

eddoo da.go.
GAO

bakka yookiin urgee; Manni kee eddoo kamii?

Ee
GAO

qubee Oromoo kan tarree shanaffaa irratti argamu; A,B,C, D, E, ....

eebama
GAO

"eyyama" ilaalaa.

eebba
GAO

"heebba" ilaalaa.

eebba argachuu
GAO

"heebbifamuu" ilaalaa

eebba argachuu
GAO

"heebbifamuu" ilaalaa

eebba fudhachuu
GAO

"heebbifamuu" ilaalaa

eebba fudhachuu
GAO

"heebbifamuu" ilaalaa

eebba qabaacbuu go.
GAO

nama eebbifamaa ta'uu, kan hiree gaarii qabu ta'uu.

eebba qabaacbuu go.
GAO

nama eebbifamaa ta'uu, kan hiree gaarii qabu ta'uu.

eebbifamuu
GAO

"heebbifamuu" ilaalaa.

eebicha ma.
GAO

muka hadhaawa qabu, kan mi'a manaa akka hubboo yookiin okkotee farsoo ittiin dhiqan, ebicha, ibicha.

Sponsors