Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
daaqonii ma.
GAO

gargaartuu qeesii (Ortodoksii); Daaqoniin taabota hordoftee deemti.

daaquu go.
GAO

kooruudhaan bitaafi mirgatti jajal 'achaa deemuu.

daara 1 ma.
GAO

uffata, huccuu, wayyaa, kafana; Daara bitachuu gabaa baye.

daara 2 ma.
GAO

uffanni yookiin huccuun nama irratti dhumiisa, qullaatti ,hafiinsa; Daaratu na qabate, ka'een uffata...

daara baasuu go.
GAO

uffata haaraa bituufii.

daara baasuu go.
GAO

uffata haaraa bituufii.

daara bawuu go.
GAO

uffata haaraa uffachuu; Hojjetanii eega  daara bawuu dadhabanii jireenyi hiika hinqabu.

daaraa bu' uu go.
GAO

gubatee, nyaatamee, hojjetamee,w.k.f. dhumuu; Hojiin daaraa  bu 'e; Midhaan gaba tee tokko lama ta ...

daaraa buusuu go.
GAO

daddafiidhaan hojjetanii, nyaatanii, w.k.f. fixuu.

daaraa ma.
GAO

waan boba'ee yookiin gubatee eega jedhee booda hafu, kan bifti isaa daakuu fakkaatu; Daaraan daakuu ...

daaraa ta'uu go.
GAO

1. ashaboo fakkaachuu, daalachaa' uu, dhukkeen namatti ka'uu; Maaltu akka kana daaraa si taasise? 2....

Sponsors