Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
dobola ad.
GAO

uffata bal'aa dheeraa,

doddota ma.
GAO

muka, kan bifti laaftoo fakkaatu.

doddota ma.
GAO

muka, kan bifti laaftoo fakkaatu.

doddotii
GAO

"doddota" ilaalaa.

dodo'oo ma.
GAO

dhibee hoolaa morma dhiitessu.

dodo'oo ma.
GAO

dhibee hoolaa morma dhiitessu.

doggomaa ma.
GAO

maqaa mukaa.

doggomaa ma.
GAO

maqaa mukaa.

dogoggora
GAO

"dogongora" ilaalaa.

dogongo go.
GAO

waanti dubbatan hojjetan sirrii ta'uu hafu 2. soba haasa'uu.

dogongo go.
GAO

waanti dubbatan hojjetan sirrii ta'uu hafu 2. soba haasa'uu.

dogongora ma.
GAO

utuu haasa'anii haasaan nama harkaa ceeya Yookiin bada;Yeroo na'an dubbiin dogongoratu itti baay'ata...

dogongora ma.
GAO

utuu haasa'anii haasaan nama harkaa ceeya Yookiin bada;Yeroo na'an dubbiin dogongoratu itti baay'at...

dokkee ma.
GAO

nyaata ittoo shurootiin nyaatan yookiin ittoo shuroo, keessattu dhadhaa hinqabne.

dokkee ma.
GAO

nyaata ittoo shurootiin nyaatan yookiin ittoo shuroo, keessattu dhadhaa hinqabne.

doloolloo ma.
GAO

laga xiqqoo ; yeroo bokkaan roobu malee hinyaane; "Doloolloon nama hinnyaattu lagatti nama geessiti ...

doloolloo ma.
GAO

laga xiqqoo ; yeroo bokkaan roobu malee hinyaane; "Doloolloon nama hinnyaattu lagatti nama geessiti ...

dombii ma.
GAO

barcuma xinnoo lafa biree an muka irraa hojjetamtu, tan miilla lama sadii yookiin afur qabdu, dalgee...

dombii ma.
GAO

barcuma xinnoo lafa biree an muka irraa hojjetamtu, tan miilla lama sadii yookiin afur qabdu, dalgee...

domboo ad.
GAO

agadaa boqqolloo bilchaatee iddoo hingayin, combee; Agadaa domboon yeroo alanfatan imimmaan imimmaan...

Sponsors