1.abiddi akka labooba baasutti bobeessuu. 2. fiigsisuudhaan oofuu, ari'uu; Nama tokkotu nama kudhan ...

1. sagalee dirrisaa dhageessisuu. 2. fiiguu, gugugsuu; Nama baay'eetu dirrisaa asiin darbe.

duudha dhaabbanni tokko, tuutni namootaa tokko, biyyi tokko 'aadaa isaa godhatee ittiin bulu, ittiin...

mi'a manaa kan suphee yookiin sibiila irraa hojjetamu, kan ittoon yookiin waxiin abidda irratti itti...