Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
dimbilaala ma.
GAO

biqiltuu gosa qimamii kan baala qaqal'aa; Dimbilaala  qocqocaatti  daaku,

dimbilaala ma.
GAO

biqiltuu gosa qimamii kan baala qaqal'aa; Dimbilaala  qocqocaatti  daaku,

dimimmisa ad.
GAO

iftiifi dukkanni wal makee argama, yeroo ijji waa sirriitti hubatee ilaaluu dadhabu;Dimimmi sa galga...

dimimmisa ad.
GAO

iftiifi dukkanni wal makee argama, yeroo ijji waa sirriitti hubatee ilaaluu dadhabu;Dimimmi sa galga...

dimimmisaa 'uu
GAO

"dimimmisuu" ilaalaa.

dimimmisaa 'uu
GAO

"dimimmisuu" ilaalaa.

dimimmisuu go
GAO

dimimmisa ta'uu.

dimimmisuu go
GAO

dimimmisa ta'uu.

dimshaasha ad.
GAO

otoo waanti tokko hinhafin, walfaana, hunda, walii gala; Dimshaasha isaa hinfedhu.

dimshaasha ad.
GAO

otoo waanti tokko hinhafin, walfaana, hunda, walii gala; Dimshaasha isaa hinfedhu.

dimshaashumatti da.go.
GAO

walumatti; Dimshaashumatti namni hundi uumaa Rabbii waan ta' eef tokko tokko miidhuun yookiin tuftac...

dimshaashumatti da.go.
GAO

walumatti; Dimshaashumatti namni hundi uumaa Rabbii waan ta' eef tokko tokko miidhuun yookiin tuftac...

dinagdee ma.
GAO

qabeenya, duniyaa.

dinagdee ma.
GAO

qabeenya, duniyaa.

dinbiixii
GAO

"dimbiixii" ilaalaa.

dinbilaala
GAO

"dimbilaala" ilaalaa.

dingata da. go.
GAO

duunyittii, tasa, battala.

dingata da. go.
GAO

duunyittii, tasa, battala.

diniqa
GAO

"dinqii" ilaalaa.

dinkii ma.
GAO

nama hafii ta'e, gudii, dinqii.

Sponsors