Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
dilbii ad.
GAO

qabeenya kuufame, keessattuu midhaan, birrii; Bara  belaa midhaan dilbii gadi  guuree  namaa  hi...

dilbii baasuu go.
GAO

midhaan yeroo dheeraadhaaf kuusanii tursuu; Midhaan callaan dilbii baye sanyiidhaaf hinta'u.

dilbii baasuu go.
GAO

midhaan yeroo dheeraadhaaf kuusanii tursuu; Midhaan callaan dilbii baye sanyiidhaaf hinta'u.

dilbuu ad.
GAO

1. kan dilbii ta'e, furdaa, gabbataa. 2. maqaa namaa baasan.

dilbuu ad.
GAO

1. kan dilbii ta'e, furdaa, gabbataa. 2. maqaa namaa baasan.

dildila ma.
GAO

waan malkaa yookiin laga ittiin ce'an, riqicha nooraa.

dildila ma.
GAO

waan malkaa yookiin laga ittiin ce'an, riqicha nooraa.

dilga'uu go.
GAO

sagalee guddaa, dhageessifamuu, fakkeenya. kan akka sagalee qawwee.

dilga'uu go.
GAO

sagalee guddaa, dhageessifamuu, fakkeenya. kan akka sagalee qawwee.

dilgaasaa 1 ad.
GAO

kan akka dilga'u godhu.

dilgaasaa 1 ad.
GAO

kan akka dilga'u godhu.

dilgaasaa 2
GAO

maqaa namaa.

dilgaasaa 2
GAO

maqaa namaa.

dilgaasuu go.
GAO

sagalee guddaa dhageessisuu.

dilgaasuu go.
GAO

sagalee guddaa dhageessisuu.

dillisa hidhuu go.
GAO

1. cimsan, yookiin xiq godhanii hidhuu Afaan qalqalaa dillisa hidha. 2. awwaara kaasanii amma bulla...

dillisa hidhuu go.
GAO

1. cimsan, yookiin xiq godhanii hidhuu Afaan qalqalaa dillisa hidha. 2. awwaara kaasanii amma bullaa...

dillisuu go.
GAO

dillisa hidhuu.

dillisuu go.
GAO

dillisa hidhuu.

dimbiixi
GAO

sinbira diimtuu xinnoo; Dimbiixiin oobdii irraa  xaafii  bu1achuu jaallatti.

Sponsors