Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
didichuu go.
GAO

sagaleen qalbiidhaan gungumuu, fakkeenyaaf kan akka yammuu bokkaan roobuuf dhufuu, garaan nama dhukk...

didichuu go.
GAO

sagaleen qalbiidhaan gungumuu, fakkeenyaaf kan akka yammuu bokkaan roobuuf dhufuu, garaan nama dhukk...

didid jechuu go.
GAO

sagalee didichu dhageessisuu.

didid jechuu go.
GAO

sagalee didichu dhageessisuu.

dididii ma.
GAO

sagalee didichuu; Maali  inni  dididiin ammaa?

dididii ma.
GAO

sagalee didichuu; Maali  inni  dididiin ammaa?

didiitii ma.
GAO

qoricha yammuu biifamu lubbuu shishifii akka tafkii, geergoo, tisiisaa ajjeesu.

didiitii ma.
GAO

qoricha yammuu biifamu lubbuu shishifii akka tafkii, geergoo, tisiisaa ajjeesu.

didoo 1 ad.
GAO

kaantale hinjenne, kan hinsarmine.

didoo 1 ad.
GAO

kaantale hinjenne, kan hinsarmine.

didoo 2 ma.
GAO

tapha durbi jilbeenfattee sirbaa taphattu.

didoo 2 ma.
GAO

tapha durbi jilbeenfattee sirbaa taphattu.

diduu go.
GAO

tole jechuu dhiisuu, hinta'u jechuu, hojjechuuf, fudhachuuf walumatti waan tokkoof fedhii agarsiisa ...

diduu go.
GAO

tole jechuu dhiisuu, hinta'u jechuu, hojjechuuf, fudhachuuf walumatti waan tokkoof fedhii agarsiisa ...

difaafa ma.
GAO

dhukkuba nama uku, qufaa, utaalloo.

difaafa ma.
GAO

dhukkuba nama uku, qufaa, utaalloo.

difdifa ma.
GAO

midhaan geeshoofi biqila akka farsoo ta'uuf waliin makame, cumaa (kan farsoo); Difdifatti bishaan na...

difdifa ma.
GAO

midhaan geeshoofi biqila akka farsoo ta'uuf waliin makame, cumaa (kan farsoo); Difdifatti bishaan na...

diftii
GAO

"distii" ilaalaa.

digaluu go.
GAO

dhiita dhaqna mukaa irratti bawu, kan baalas baasee darbee darbee muka irratti margu.

Sponsors