Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
dibuu 1 go.
GAO

dibata itti gochuu, mtiuduu; Dhadhaa nama dibu.

dibuu 2 go.
GAO

1. abiddi akka hindhaarnne daaraadhaan ukkaamsuu. 2. akka bilchaatuuf jecha barbadaa keessa awwaalu...

dibuu 2 go.
GAO

1. abiddi akka hindhaarnne daaraadhaan ukkaamsuu. 2. akka bilchaatuuf jecha barbadaa keessa awwaaluu...

didaa ad.
GAO

weeffana yookiin qotiyyoo qotiisa didu. 2. nama waan ta'e tole jedhee hinfudhanne; Inni didaa isa b...

didaa ad.
GAO

weeffana yookiin qotiyyoo qotiisa didu. 2. nama waan ta'e tole jedhee hinfudhanne; Inni didaa isa bi...

diddaa ma.
GAO

gocha diduu, mormii, fincila; Wal diddaan gidduu keessanitti hindhalatin.

diddaa ma.
GAO

gocha diduu, mormii, fincila; Wal diddaan gidduu keessanitti hindhalatin.

diddama ad.
GAO

(asii achi) lakkoofsa kudha sagalitti aanu, digdama; ...18,19,20,

diddama ad.
GAO

(asii achi) lakkoofsa kudha sagalitti aanu, digdama; ...18,19,20,

diddiga ma.
GAO

1. nyaatni sifaawuu didee garaadhaa ol deebi'a, balaqqama, hooqqisa. 2. waan baay'ate keessaa alatt...

diddiga ma.
GAO

1. nyaatni sifaawuu didee garaadhaa ol deebi'a, balaqqama, hooqqisa. 2. waan baay'ate keessaa alatti...

diddigsuu go.
GAO

akka diddigu gochuu.

diddigsuu go.
GAO

akka diddigu gochuu.

diddiguu go.
GAO

1 . diddiga baasuu. 2 . akkuma argan dubbachuu; Haasaan haasa 'a jettee of keessaa hindiddigin.

diddiguu go.
GAO

1 . diddiga baasuu. 2 . akkuma argan dubbachuu; Haasaan haasa 'a jettee of keessaa hindiddigin.

diddiirama ma.
GAO

waan dutaa waan biraatiin yookiin gara iraatti geeddarama, jijjiirama.

diddiirama ma.
GAO

waan dutaa waan biraatiin yookiin gara iraatti geeddarama, jijjiirama.

diddiiramaa ad.
GAO

kan gara biraatti geeddarame,Jijjiiramaa.

diddiiramaa ad.
GAO

kan gara biraatti geeddarame,Jijjiiramaa.

diddiiramuu go.
GAO

1. waanti bakkee tokko ture gara biraatti geeffamuu. 2. bifti duraa hafee yookiin badee bifti biraa...

Sponsors