"dhohuu" ilaalaa.
"dhoksmu" ilaalaa.
kan dho'aa baay'ee qabu; Bona bona lafti dhodho'aa baay'ee godhata.
akaayii garbuu kan baksaa dhadhaatiin sukkuumame, qorii garbuu.
"dhodho'aa" ilaalaa.
"dhokfachuu" ilaalaa.
akka dhoffatu gochuu.
kan keessi isaa duwwaa, hoffaa.
tan baay'ee furdatte; Dubartii dhoffee tokko fuudhe.
gargar tarsa'a; Dhoha qarbataatu isa aarse. 2. dhuka'a guddaa gurratti nama iyyu.
1. kan addaan tarsa'e. 2. dhiira kan hinta'in, dubara (durba).
gargar tarsa'uu. 2. akka tasaatti sagal e guddaa dhageessisuu. 3. waanti hinyaadin tasa ta'uu; Lolli...
ijaan argamuu hafuu, mul'ina dhabuu.
mul'ina dhabiisa; Dhokannaan si hinbaasuu itti mul'adhu.
tan hinmul'anne.
nama biraa jalaa miliqsanii keewwachuu.
waan mul'ina hinqabne.
kan dhokate.
gadi qabaadhaan, otuu namni hinargin yookiin hindhagayin; Dhoksaatti natti hime.
akka dhoksu gochuu.