Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
daaksisaa ma.
GAO

kan yeroo tokko daaksifatan; Midhaan daaksisaa toKko ta'u duwwaa qaba.

daaksisiifachuu go.
GAO

namni biraa yookiin wanti biraa akka cal'aa namaaf daaku gochuu; Dur xomboree midhaan daaksisiifatu.

daaksisuu go.
GAO

akka daakamu gochuu.

daaksisuu go.
GAO

akka daakamu gochuu.

daaktuu
GAO

"daattuu" ilaalaa.

daakuu 1 go
GAO

caccabsuu, bulleessuu; Midhaan harkaan daakuun har'a hafaa jira.

daakuu 2 ma.
GAO

waan dhagaatti, baaburatti yookiin waan biraatti daakamee buddeen, marqaan, daabboon, w.k.f., irraa ...

daakuu2 ma.
GAO

waan dhagaatti, baaburatti yookiin waan biraatti daakamee buddeen, marqaan, daabboon, w.k.f., irraa ...

daalacha ad.
GAO

bifa horii kan makee margu; Sangaa daalacha. 2. (namaaf) kan bifni isaa hincululuqne.

daalachaa'uu go.
GAO

bifti dalacha ta'uu.

daalachaa'uu go.
GAO

bifti dalacha ta'uu.

daalacheessuu go.
GAO

reebuudhaan, olii gadi rooraasisuudhaan, w.k.f., akka bifi daalachaawu gochuu; Rakkinni daalacheesse...

daalachooftuu ad.
GAO

tan bifti ishee dibannaa dhabiisa yookiin rakkina irraa kan ka'e daalachaaye.

daalifaa ad.
GAO

kan daalife; Boqqolloo daalitaa irraa marqaa gaaritu marqama.

Sponsors