Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
dhidhiitachuu go.
GAO

biyyoo yookiin dhoqqee lukaan sukkuumuu. 2. miillaafi narka oliifi gadi ha'aa wawarraaquu. 3. lubbuu...

dhidhima ma.
GAO

fuula gara ba'a biiftuutti yoo garagalan harka mirgaatti hafu (oolu), Kibba. 2. waan garmalee gadi f...

dhidhimuu go.
GAO

badanii achumaan hafuu. 2. fudhatanii achumaan hambifachuu; Inni waan nama irraa liqeeffate nidhidhi...

dhiibbaa ma.
GAO

gadi qabiisa, cunqursaa, hacuuccaa, haala rakkisaa; Dhiibbaa guddaa na irraan geenyaanan dorgommii f...

dhiibbachuu go.
GAO

1. xinnoo miilla lafa irra harkisuu yookiin hokkoluu. 2. achi yookiin garuma ta'etti siikfafachuu; M...

dhiibbii ma.
GAO

waan abbaan yaade akka iddoodhaan hingeenye waan gufuu ta'u, morka; Dhiibbii tikseetti hoolaa sardii...

dhiibboo
GAO

"dhiibbaa" ilaalaa.

dhiibsisuu go.
GAO

akka dhiibu gochuu.

dhiibuu 1 go.
GAO

bakka turee gara fuulduraatti humnaan siiksuu; Kitaaba sana as naa dhiibi.

dhiibuu 2 ma.
GAO

lafa yookiin bakka dhiphaa kan keessa galagaluuf rakkisu; Sangaa dhiibuutti oof nii qabu; Dhiibuutti...

dhiichisa ma.
GAO

sirba miillaan lafa dhiitaa mormaan sirban.

dhiichisiisuu
GAO

"dhiichisuu" ilaalaa.

dhiichisuu go.
GAO

akka dhiitu gochuu.

Dhiiga buusuu go.
GAO

ayyaanaaf ulfina kennuuf jecha horii guyyaa ayyaanaa irra qaluu.

dhiiga ma.
GAO

1. dhangala'aa diimaa namaafi bineensa hunda keessatti argamu. Firummaa wal horuu irraa dhufu; Dhiig...

dhiiga namaa ma.
GAO

hirmii kan ta'e, kan lagatamu; Dhiiga namaati, aniifi inni hinaraaramnu.

dhiigsuu go.
GAO

akka dhiigu gochuu. 2 . itti deddeebi'anii hubuu.

dhiiguu go.
GAO

1 . Dhiigni bu'uu; Quncifamu muramu malee hindhiigu. 2. namaaf yaaduu yookiin aaruu; Inni namaaf hin...

dhiira ma.
GAO

1. nama dhalaa hinta'in; Niitiin dhiiraaf  durba deesse. 2 . nama onnee qabu, jagna, goota.

Dhiira ta' uu go.
GAO

onnee qabaachuu, jagnoomuu.

Sponsors