1. kan sirriitti daakamee hinbullaayin. 2. kan akka gaariitti hinbilchaatin. 3. xobbee yookiin kichu...
aarii namatti dhaga'amu, kan dubbiidhaan ifa bawu, yookiin fuula namaa irraa mul'atu, oriisaa.
firri ofii yammuu waan hintaane haasa'u yookiin yamuu hojjetu gorsanii yookiin rukutanii karaatti de...