Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
dheebaoo
GAO

"dheebuu" ilaalaa.

dheebechaa
GAO

"dheebessaa" ilaalaa.

dheebessaa ad.
GAO

akka dheebuun itti dhaga'amu kan godhu.

dheebocha ma.
GAO

dheebuun namatti dhaga'ama.

dheebochiiauu go.
GAO

akka dheebotu gochuu.

dheebochuu go.
GAO

dheebuun namatti dhaga'amuu.

dheebottuu ad.
GAO

tan dheebuun itti dhaga'amu.

dheebuu ba'uu go.
GAO

1. bishaan yookiin dhangala'aa biraa dhuganiI fedha ofii bawuu yookiin guuttachuu. 2. waan fedha ofi...

dheebuu baasuu go.
GAO

waan dhugaatii kennaniifii fedha namaa guutuu. 2. fedha qabu guutuufi.

dheebuu ma.
GAO

1. fedha guddaa dhugaatii bishaaniif waan akka bishaaniitiif namatti dhaga'amu. 2. arguudhaaf fedha ...

dheechisuu 1 go.
GAO

akka dheedu gochuu.

dheechisuu 2
GAO

"dheedssisuu" ilaalaa.

dheechuu
GAO

"dheessuu" ilaalaa.

dheedamaa ad.
GAO

kan dheedame.

dheedamuu go.
GAO

margi yookiin waanti marga takkaatu horiidhaan yookiin bineensaan nyaatamuu. 2. bifaan gadi deebi'uu...

dheedasisuu
GAO

"dheechisuu" ilaalaa.

dheedduu 1 ad.
GAO

tan dheeddu, tan gar malee nyaattu.

dheedduu 2 ma.
GAO

bineentii re'ee fakkaattu, kuruphee.

dheedhachuu go.
GAO

1. utuu akka ta'utti hinbilchaatin hafuu. 2. bilchina yaadaa dhabuu.

dheedhessuu go.
GAO

dheedhii taasisuu; Atara dheedhessiteeti akoofte.

Sponsors