Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
dawoo
GAO

"dahoo"  ilaalaa.

dawuu
GAO

"dahuu" ilaalaa.

dawwaawuu go
GAO

dawwee ta'uu,

dawwaawuu go
GAO

dawwee ta'uu,

dawwaruu go.
GAO

waan akka kirri: yookiin jirbii qasamiitti  maruu; Utuu bullukkoo indhar,dura jirbii dawwaruu barba...

dawwaruu go.
GAO

waan akka kirri: yookiin jirbii qasamiitti  maruu; Utuu bullukkoo indhar,dura jirbii dawwaruu barba...

dawwee ad.
GAO

kan dafee waa hingalleef, joonja'aa, raata'aa, talbojjii; Dawwee nama dawweessiti.

dawwee ad.
GAO

kan dafee waa hingalleef, joonja'aa, raata'aa, talbojjii; Dawwee nama dawweessiti.

Dawweessuu go.
GAO

dawwee taasisuu·.

Dawweessuu go.
GAO

dawwee taasisuu·.

daxxabuu
GAO

"dadhabuu" ilaalaa.

daya
GAO

"daha" ilaalaa.

dayee
GAO

"da'ee" ilaalaa.

dayeeffachuu go.
GAO

waan ofiif hojjechuun nama irra turen. biraatti dhiisuu, itti biraatti dhiisuu, itti irkifachuu; Hoj...

dayeeffachuu go.
GAO

waan ofiif hojjechuun nama irra turen. biraatti dhiisuu, itti biraatti dhiisuu, itti irkifachuu; Hoj...

dayfa
GAO

"dafqa" ilaalaa.

dayfuu
GAO

"dafquu"  ilaalaa.

dayyaasuu 1 go.
GAO

sagalee iyyaatiin lafa balleessuu yookiin goolii 'uumuu,  dhoosuu.

dayyaasuu 1 go.
GAO

sagalee iyyaatiin lafa balleessuu yookiin goolii 'uumuu,  dhoosuu.

dayyaasuu 2 go.
GAO

gargar tarsaasuu, dhoosuu; Asii talalaasee, Liiban gamatti dayyaa (hibboo).

Sponsors