Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
dabaloo 1 ma.
GAO

gogaa hoolaa kan sukkuumamee booda uffatan.

dabaloo 2 ma.
GAO

ijoollee wal irratti dhalatan lamaan; Dabaloon wal nijaalatu.

dabaloo 2 ma.
GAO

ijoollee wal irratti dhalatan lamaan; Dabaloon wal nijaalatu.

dabaloo·l ma.
GAO

gogaa hoolaa kan sukkuumamee booda uffatan.

dabaluu go.
GAO

kan duraatti eda'uu.

dabaluu go.
GAO

kan duraatti eda'uu.

dabaqqaa ma.
GAO

qoraasuma Qabeen dabaqqaadhaan yoo qoraasame malee aannan hinmi'aawu.

dabaqqaa ma.
GAO

qoraasuma Qabeen dabaqqaadhaan yoo qoraasame malee aannan hinmi'aawu.

dabaree 1 ma.
GAO

ulfa xinnoo, kan hinguddatin.

dabaree 1 ma.
GAO

ulfa xinnoo, kan hinguddatin.

dabaree 2 ma.
GAO

ameessa bara rakkinaa dabarfachuudhaaf nama irraa fudhatanii booddee deebisan; Isatu dabaree naaf ke...

dabaree 2 ma.
GAO

ameessa bara rakkinaa dabarfachuudhaaf nama irraa fudhatanii booddee deebisan; Isatu dabaree naaf ke...

dabaree 3 ma.
GAO

1 "darabaa 1" ilaalaa. 2. taraa ofii; Dabaree kootu gaye.

dabaree 3 ma.
GAO

1 "darabaa 1" ilaalaa. 2. taraa ofii; Dabaree kootu gaye.

dabarsaa 1 ad.
GAO

kan hamma darbaachisu irra caalu; Haasaan isaa dabarsaadha.

dabarsaa 1 ad.
GAO

kan hamma darbaachisu irra caalu; Haasaan isaa dabarsaadha.

dabarsaa 2
GAO

"dabaree" ilaalaa.

dabarsaa 2
GAO

"dabaree" ilaalaa.

dabarsuu go.
GAO

karaa  gad isaniifii nama, waan biraa amma tokkoo gama biraatti ceesisuu; Galaanni karaa na dabars...

dabarsuu go.
GAO

karaa  gad isaniifii nama, waan biraa amma tokkoo gama biraatti ceesisuu; Galaanni karaa na dabarsu...

Sponsors